Haala Hojii Dhabdummaa

Akka ragaan Ejensii Istaatiksii Gidduugalessa(unemployment survey) bara 2008 gaggeefame agarsiisutti hojii dhabdummaan naannoo keenyaa magaalaa keessatti %15.2(dhi.%8.3 fi dub. %22.9) ta’uu kan agarsiisu yoo ta’u, bara KGT-II keessatti hojii dhabdummaa Magaalaa %16 irraa gara %10tti gadi buusuuf karoorfame keessaa bara 2010 keessa %0.8n gadi buusuun dhuma bara karoorichatti %13.6 irran ga’uufxiyyeefannoo addaatiin hojjechuuf karoorfameera.

 

             About US

Icon Introduction

Icon About OPEDC

Icon News Center

Icon Others

 

       Follow Us

Facebook

Twitter

Email

               Address

Bole Road near Felamingo Hotel incompundo of Oromia Pirezidant Office.

Tell : 0115-507790/549717 

Tell  : 0115-155198 

Fax : 011 551 04 29/515-23-28  

Post Box : 2675/1250

            Oromia Map